2 Kings 2:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan jed'eeni, Nu nami shantama kunini ch'ufti kaima jajaba, eegi, abbe sii barbaanna. Egeri lubbuuni Waaqa isaa fuute, gaarafa yokhaani balefa keesa isa buufte. Elishani waan jed'eeni, Hiyo indeemina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen raattotaa ta Iyyaariko'oo dhuftee, «Kunoo garboota kee woliin namoota shantamaa jajjaba'atu jira; yoo ka Hafuurri Rabbii isa fuudhee gaara irratti yookaan dhooqa keessatti gatee jiraate dhaqanii akka gooftaa kee barbaadan si kadhannaa» jedhaniin; Eelsaa'i, «Isaan hin erginaa'a» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo, nuuti tajaajiltooti teeti namoota jajjaba shantama ifii biraa qanna; Ayyaanni Mootii Waan Maraa, goottaa keeti fuudhee gaara irratti yookiin dhooqa keessatti gateera fa'a te'a, dhaqanee isa barbaadanuu ti» jedhane. Elsaa'i deebisee, «Waawwo'o! Isaan hin ergina'a» jedhe.