2 Kings 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Elisha ka Yerikoti worra eegu jiruti dachaani, jennaani inni waan jed'eeni, Anini indeemina isaniini injenne?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa uduu Eelsaa'i Iyyaarikoo jiru isatti deebi'an; inni «Ani duraanuu hin deeminaa isiniin hin jennee?» Isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan gara Elsaa'ii qachaa Yeriko'ootitti isaan eegiisatti jiruu deebi'ane; Elsaa'ille, «Ani, ‹Hin deemina'a› jedhee isinitti hin hinnee?» jedhe.