2 Kings 2:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'e, Sooda qori hareetiti naqa, natiini koota, worri itiini d'ufe jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eelsaa'illee, «Ottee haarawa sooqidda itti buusa'aa naa fidaa'a» jedhee ajaje; isaanillee akkuma inni isaan ajaje godhanii fidaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Elsaa'ille, «Qorii haareya keessa soodda buusa'aatii naa fida'a» jedhee ajaje. Isaanille akkuma inni ajaje qorii itti fidane.