2 Kings 2:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
inni gara maddo suni d'aqe, sooda suni bisaaniti naqe waan jed'e, wonti AABBO Waaqi jed'u tana: Anini bisaani kana inqulqulleesa, aka isaani deebiani nama inijeemne yokhaani nad'eenile, garaacha iraa imbaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara hulee burqaan bisaan sun jiruu dhaqee sooqidda itti buusee, «Wonti Rabbi jedhu kana ‹Ani bisaan kana fayyisee akka qulqullaawu godha; kanaan maayessa namni bisaan kana dhugu hin du'u; laftillee midhaan baasuu hin diddu.› » jedhee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara madda bisaanii dhaqee, soodda bisaan keessa buusee, «Mootiin Waan Maraa, ‹Ani bisaan kana fayyiseera; haganaa achi bisaan kun sababa du'aa yookiin latti midhaan akka hin kennine hin godhu› jedha» jedhe.