2 Kings 2:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini raagoota ta achi teetu, gara Elisha d'at'e waan jetteeni, Atini aka AABBO Waaqi arra abba kanke si bira fuud'u beeta? Elishani waan jed'eeni, Ee, imbeekha, ammo waan suni ira imbahiina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen raattotaa ka Beeteeliin jiran gara Eelsaa'ii dhufanii, «Rabbi adha akka gooftaa kee si jalaa fudhachu'uuf ta'u beetteertaa?» jedhanii gaafatan. Eelsaa'illee, «Ee beekeeraa isin garuu cadhisaa'a!» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti Bet'el keessa jiranu, gara Elsaa'ii dhufanee, «Mootiin Waan Maraa, adha goottaa keeti si duraa akka fudhataaru beettaa?» jedhanee gaafatane. Elsaa'i deebisee, «Eeti'i hin beeka; isin ammoo, marroo waan kanaa hin dubbatina'a» jedhe.