2 Kings 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gumiini raagoota ta achi teetu, gara Elisha d'at'e waan jetteeni, Atini aka AABBO Waaqi arra abba kanke si biraa fuud'u beeta? Ee, anini imbeekha, ammo waan suni ira imbahiina jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoolleen raattotaa ka Iyyaarikoo keessa jiraatan gara Eelsaa'ii dhufanii, «Rabbi adha gooftaa kee akka si irraa fudhatu beetteertaa?» jedhanii gaafatan; innillee, «Ee beekeeraa; isin garuu cadhisaa» jedhee isaanii deebise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagoti Yerikoo keessa jiranu, gara Elsaa'ii dhaqanee, «Mootiin Waan Maraa, adha goottaa keeti si duraa akka fudhataaru beettaa?» jedhanee gaafatane. Elsaa'i deebisee «Eeti'i hin beeka; isin ammoo, marroo waan kanaa hin dubbatina'a!» jedheen.