2 Kings 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Eliyaani waan Elishani jed'e, Aabbo, atini asuma hafi, AABBO Waaqi yayu galaana Yordaniti na erge. Ammo Elishani waan jed'eeni, Anini maqa kanketifi ka AABBO Waaqatini kakhad'a, aka si jala inhamne. Tanaafi worri kae woliini yae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Eeliyaas Eelsaa'iin, «Ana Rabbi gara laga Yoordaanosii na ergeeraa yabo'oo ati asuma turi» jedheen; Eelsaa'i garuu, «Maqaa Rabbii jiraata'aatiin kakadhee si biraa hin fooyamu» jedhee kanaaf isaan lachuu woliin deeman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Eliyaas Elsaa'iin, «Mootiin Waan Maraa gara laga Yordaanosii waan na ergeef, ati asuma turi» jedhe. Elsaa'i ammoo deebisee, «Dhugaa Mootii Waan Maraa ka jiraataa te'ee, lubbuu teetiin kakadha! Ani si biraa hin hafu!» jedheen. Maarre isaan lamaanuu itti fufanee woliin ideemane.