2 Kings 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammalle raagooti nami shantama worra gula yaate. Eliyaafi Elishani afaani galaana ejaanjani, raagooti shantama taanileeni worra hanqate ejaanjite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijoollee raattotaa keessaa namoonni shatamaa dhaqanii isaan irraa fagaatanii afoo isaanii hennaa dhaabatan isaan lamaanuu qarqara laga Yoordaanosii dhaabata'aaran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Raagota keessalle'ee namooti shantam dhaqanee, addee Eliyaasii fi Elsaa'i dhaabbataneeranu irraa fagaatanee, fuullee laga Yordaanosii dhaabbatane.