2 Kings 20:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani waan jed'eeni, Aki gaandidu ejata kud'ani dura deemsisani laafa! gaandiduni ha dudda duuba deebituuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaas «Gaaddidduun tarkaanfii kudhanii gara afo'oo akka deemu godhu'utu salpha'a; kanaafuu tarkaanfii kudhanii gara duubaa akka deebi'u naa godhi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaasille, «Gaaddis yaabbannoo kudhan gara duraa deemiisi kasoo waan te'eef, yaabbannoo kudhan gara duubaa deebi'uu ti» jedhe.