2 Kings 20:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isayaani AABBO Waaqa kad'ate jennaani AABBO Waaqi gaandidu taani faano hayyu Ahazini jaare ira ejata kud'ani dudda duuba deebise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaayyaasillee Rabbiin kadhatee Rabbillee kortoo mootichi Hisqiyaas hojjate irratti gaaddidduun irratti ta'e tarkaanfii kudhanii gara duubaa akka deebi'u godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Isaayaasiin raagichi gara Mootii Waan Maraa daadimate; Mootiin Waan Maraalle yaabbannoo Akaaz huje irra, yaabbannoo kudhan gaaddis gara duubaa akka deebi'u godhe.