2 Kings 20:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara suni hayyuuni Babiloni, ka Merodaka Baladani, ilma Baladani, jed'ani, aka Hezekiani fayya d'abe d'agaye tatabeefi waan d'ibi ergeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san mootiin Baabiloonii ilmi Baaldaanii Maaroodaak Baabiloonii akka mootiin Hisqiyaas dhibamee ture dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san mootiin Baabilonii ilmi Baladaanii Merodaak-Baladaan, Hisqiyaas dhibamee akka fayye dhage'ee, xalaya'aa fi kennansa isaaf erge.