2 Kings 20:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani worra ergaani d'ufe suni olseena jed'e durooma qabu ch'ufa worra garsiise — qarsi, worqi, qumbiifi qayya, ammalle miha isaa ka lola ch'ufa. Wonti inni olkaye, ka mana isaa keesa jiraatiifi ka fulla d'ibi jiraaleni ka inni worra ingarsiisini tokoleeni injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaasillee worra ergaman gammachu'uun simate; mana galmee mootumma'aa ka meesha'aa maraa, birrii'i, worqii, urgoo adda addaa, dhadhaa ejersaa mishaa'a, gola mana meeshaan keessa jiruu, waan mana galme'ee keessa jiru maraa itti mudhise; inni waan bulchiinsa isaa keessa jiru maraa keessaa wonti inni isaanitti hin mudhifne hin jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hisqiyaas ergantoota san gammadaan fudhatee, karra mana karri mootumma'aa keessatti kuufame keessa jirtu mara meetii, worqii, uddowaa adda addaa, fiqiree gatii guddo'oo, mana meya woraanaa ka karra mana mootumma'aatii fi karra mootummaa isaa keessatti dhaggantu mara tokkolle adoo hin hamburin isaanitti mudhise.