2 Kings 20:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani raagi Isayaani gara hayyu Hezekia d'aqe waan jed'eeni, Worri kunini eesaa d'ufe? Worri maani sini jed'e? Hezekiani waan jed'eeni, Worri lafa tanaa ind'umne, Babilonii d'ufe, lafa ind'iaanne Isayaani waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san Isaayyaas raattichi gara mootii Hisqiyaasii dhufee «Namoonni kunniin maal siin jedhan? Garamii gara kee dhufan?» Jedheen. Hisqiyaasillee «Biyya fago'o; Baabiloonii dhufan.» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba raagichi Isaayaas gara Hisqiyaasii mootichaa dhaqee, «Worri kun maan si'iin jedhane? Isaan eessaa dhufane?» jedhee gaafate. Hisqiyaas deebisee, «Isaan biyya fago'oo Baabilon irraa dhufane» jedhe.