2 Kings 20:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri maani mana kanke keesati arge? Inni waan jed'e, Worri waan ch'ufa arge, wonti anini worra ingarsiisini injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee «Isaan wonti mana mootumma'aa kee keessatti argan maali'i?» jedheen; Hisqiyaasillee waan mana mootumma'aa keessa jiru maraa arganiiran; waan galmee mana mootumma'aa keessa jiru keessaa wonti isaanitti hin mudhifne hin jiru» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Isaayaas, «Isaan mana mootumma'aa keeti keessatti maan dhaggane?» jedheen. Hisqiyaas deebisee, «Isaan waan mana mootumma'aa kiyya keessaa mara dhagganeeran; karra tiyya keessaa wonni ani isaanitti hin mudhisin tokkolle hin jiru» jedhe.