2 Kings 20:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyaani ind'ufa, ka waan mana kanke keesa jira ch'ufafi waan ababooti tante olkeetele ch'ufa fuud'ani lafa Babiloni geesani; wonti tokoleeni inhaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹Kunoo abboonni tee ta durii waan haga adhaa kuufatan qabeenni mana mootumma'aa kee keessa jiru maruu fuudhamee womaa uduu hin hafne barri gara Baabiloonii itti fudhatamu hin dhufa» jedha Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Karri mana mootummaa teeti keessaatii fi karri abbootiin teeti ta durii haga adhaa wolitti qabatte marti gara biyya Baabilonii guyyaan fudhatamanu hin dhufa; wonni tokkolle si'iif hin hafu.