2 Kings 20:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ilmaani atini d'altele haga toko boojiani sasangisiisani mana hayyu Babiloni keesa hojachiisani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa kee keessaa gari gariin gara Baabilooniititti booji'amanii mana mootummaa Baabiloonii keessatti worra moototaatii tajaajilan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan teeti ta uumattu keessaa gariin fudhatamanee, mana mootummaa mootii Baabilonii keessatti guneessota te'anee hin tajaajilan› jedha» jedhe.