2 Kings 20:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Hezekiani waan Isayaani jed'e, Dubbini AABBO Waaqa, atini nati himte tunini, waan dansa. Wonti Hezekiani akasi jed'eefi, inni waan sehe, waan haga inni lafa fidu lafti nagaya taatu seha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Hisqiyaas keessattuu bara ufii wobiin nagayaan jiraachu'uu akka jiru waan hubateef «Rabbi si ergee wonti ati natti dubbatte misha'a» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootichi Hisqiyaas, «Haga ani jiru nageennii fi gabbiin hin te'a» jedhee waan yaadateef, Isaayaasiin «Jechi Mootii Waan Maraa ka ati dubbatte dansa'a» jedhe.