2 Kings 20:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO, aka anini garaa tokooni si hojad'e sii saalfad'e woma atini feetu ch'alla tolche qaabad'i; akasi jed'e aka hama bohe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Yabo'oo akka ani si afo'otti garaa kiyya guutu'uun jiraadhee fi akka waan si gammachiisu godhe san akka qaabattu si kadhadha!» jedhee mararamee booye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee Mootii Waan Maraa, ani addatamumma'aa fi gadhaa tokkochaan si tajaajilee, yennaa mara waan si duratti dansaa te'e akka huje qaabadhu» jedhee laaleffatee bowe.