2 Kings 20:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isayaani kae biraa deeme, Jennaani ato inni olla hayyu keesaa imbahinu AABBO Waaqi waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu Isaayyaas wadhakkaa qachatti'ii hin geenne dubbiin Rabbii ka akkana jedhu itti dhufe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaayaas achii gad bayee, badhinna mana mootumma'aa ka wodhakka'aa adoo hin dabarin jechi Mootii Waan Maraa gara isaa dhufee,