2 Kings 20:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Isayaani haanch'a oda d'ulla isati mat'anse, duuba akanaani fayye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Isaayyaas tajaajiltoota mootichaatiin, «Daraaraa muka hurbu'uu ka baxxeeffame naa fidaa'a» jedhe; isaanillee fidanii iita isaa irra kaayan; Innillee hin fayye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Isaayaas tajaajiltoota mootichaatiin, «Midhaan harru'uu irraa xaltaa huja'aatii fida'aa iita isaa irra keya'aaf» jedhe; isaanille akkuma ajajamane godhane; Hisqiyaasille fayye.