2 Kings 20:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hezekiani waan Isayaani jed'e, Akheekhi aka AABBO Waaqi na fayyise guyya sadeeso Mana Waaqa d'aqu inni na garsiisu kami?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hisqiyaasillee Isaayyaasiin «Rabbi akka na fayyisuu fi guyyaa sadihiin maayessa gara mana woyyuu Rabbii dhaquu akka danda'u malkata maali'iin beeka?» Jedhee gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Hisqiyaas, «Mootiin Waan Maraa akka na fayyisuu fi guyyaa sadeesso'oo akka gara galma Mootii Waan Maraa ol bayu beessisi maan?» jedhee, Isaayaas gaafate.