2 Kings 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isayaani waan jed'eeni, AABBO Waaqi akheekha kana sii kenne akanaani kakhu isaa guuta. Gaandiduni faano gubbaa ta ejata kud'ani dura deemtu mo ta duuba deebitu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaayyaasillee «Rabbi waadaa gale waan raawwatuuf inninuu malkata sii kenna eeganaa gaaddidduun ati amma filattu tarkaanfii kudhanii gara afo'oo akka deemu barbaadda moo? tarkaanfii kudhanii gara duubaa akka deemu barbaadda?» jedhee isa gaafate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaayaas deebisee, «Gaaddis yaabbannoo kudhan gara duraa deemuu ti moo yaabbannoo kudhan gara duubaa deebi'uu ti? Mootiin Waan Maraa waadaa gale ka muummessu akka te'e, beessisi inni si'iif kennu kana» jedhe.