2 Kings 21:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Manase kud'ani lama gaafa inni hayyu Yuda tahe ammalle Yerusalemu keesa haga ganna shantami shani lafa mohate. Maqaani had'a isaa Hefziba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen bara Yihuudaa irratti moowu umuriin isaa woggaa kudha lama ture; inni Yerusaalemiin keessa taa'ee woggaa shantamii shanii bulche; maqaan haadha isaa Hafseeba'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen yennaa mootii te'e nama woggaa kudhanii lamaa ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee woggaa shantamii shan bulche. Maqaan haadha isaa Hefziiba'a.