2 Kings 21:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Manaseeni yayu waan hamtu, ka waan worri Kanaani tolche kaanile ira hamtu tolche akasiini gosa Yuda ch'ubbu keesa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Mootiin Yihuuda'aa Minaaseen waan battii kana maraa hojjateef cubbuu armaan dura worri Amoorotaa hojjatan caalaa hojjateera; waaqolee tolfamaa hojjateen banii Yihuuda'aa gara cubbu'uu oofe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Mootiin Yihuda'aa Minaaseen cubbuu battittii tana hujeera; inni worra Amoorotaa ka isa dursanu caalaa waan hamaa hujee, waaqota dharaa ifiitiin kolbaan Yihuda'aa akka cubbuu hujju godheera.