2 Kings 21:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini waan suni tolchufi waan worri nati ch'ubbame, haguma duri ababooti worraa lafa Misiriti baate haga arra na dallansiisefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa Misirii bayanii jalqabee haga adhaa afoo kiyyatti waan hamaa hojjatee na dallansiiseera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan bara abbootiin isaanii ta durii biyya Gibxi'iitii baateen jalqabanee, haga adhaatitti ila tiyya duratti cubbuu hujanee, akka ani aaru waan godhaneef, ani tana isaan irratti hin godha› jedha» jedhe.