2 Kings 21:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Manaseeni nama heddu ka wollaala womaatu inqamne hobaase, d'iigi aka galaana dibbise Yerusalemu keesa yae; tana malele inni worra Yuda waan boch'ani kad'atani kaani gula deebise AABBO Waaqa durati akanaani ch'ubbu keesa buuse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen waan hojjachu'uun cubbuu Yihuudaa hojjachiiseen ala ka biraa haga Yerusaalem dhiigaan guuttamtutti daanga'aa haga daanga'aa dhiiga namoota qulqullu'uu baay'ee jisse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen kolbaan Yihuda'aa Mootii Waan Maraa duratti cubbuu akka hujju ta godhe caalaa, Yerusaalem qacce'ee haga qacce'eetitti dhiiga worra yakkaa hin qanne heddu'uu dhangalaase.