2 Kings 21:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Manaseeni due jennaani oobru mana hayyu d'aatu, ta Uza jed'ani, keesati awaalani, ilmi isa, ka Amoni jed'ani, fulla isaa hayyu tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen akkuma abbootaa du'ee hulee biqiltuu Ooza'aa ta mana isaa bira jirtu jalatti awwaalame; bikka isaa ilma isaa Amoontu mooye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen du'ee, oorruu mana mootummaa ifii keessatti, addee oorruu Uza'aatitti awwaalame; addee isaatitti ilmi isaa Amooni mootii te'e.