2 Kings 21:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma gosa AABBO Waaqi duri worra duraa gusse ta waan hamtu taate isa durati ch'ubbu hamtu tolchite taani Manaseleeni AABBO Waaqa durati ch'ubbu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Minaaseen akka worri Israa'elii hennaa gara biyya waadaa isaanii galameetitti galan waaqolee ormaa ka Rabbi afoo isaaniitii balleessee fi hujii hamaa worri ormaa hojjatan hojjata'aa Rabbiin gaddisiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni akkuma kolbaa biyya adda addaa ta waan battii hujjeen Mootiin Waan Maraa kolbaa Israa'elii duraa ari'ee baase sanii, aadaa battittii hordofee Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu huje.