2 Kings 21:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojattuuni Amoni, isati malate mana hayyu keesati isa ijeefte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garboonni Amoon mooticha irratti mari'atanii mala itti malanii mana mootummaa isaa keessatti isa ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tajaajiltooti Amoonii mala isa irratti dhoottee, mana mootumma'aa keessatti isa ijjeette.