2 Kings 21:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni Mana AABBO Waaqa ka Waaqi, na ch'alla keesati yaamad'a jed'e, keesati, fulla sorio waaqa d'ara irati baasani, jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee Rabbi maqaa kiyyatu itti waamama jedhe Yerusaalemitti mana Rabbii keessatti hulee ciinca'aa ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni Galma Mootii Waan Maraa keessatti addee Mootiin Waan Maraa, «Ani Yerusaalem keessatti hin waaqonfama» jedhetti, addee ciinca'aa ta worra Waaqa hin beennee ijaare.