2 Kings 21:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni naabo lamaani ch'icha Mana Waaqa garaa keesati waan sorio irati baasani urji kad'atani jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyuu Rabbii keessatti hulee itti bayan lamaan irratti waaqolee sami'iitii hulee ciinca'aa ijaare;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Badhinna Galma Waaqaa lamaanuu keessatti, urjoota ol-gubba'aa mara waaqonfatiisaaf addee ciinca'aa ijaare.