2 Kings 21:8 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo gumiini Israeli Seera kiyya guute Seera hojattuuni tiyya Musani kenneefi ch'ufa gula yaate, anini aka worra lafa anini ababoota worrati kenne taani keesaa baasani ee injed'u.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ajaja garbichi kiyya Muuseen ajaje maraa yoo godhanii fi yoo eegan biyya abboota isaaniitii kenne keessaa Israa'eliin hin baasu mana jedhe keessatti muka itti waaqeffatu'uuf bocamee fi fakii qirqidame dhaabe.