2 Kings 21:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumiini Yuda AABBO Waaqa ch'aqasu didde, ammalle Manaseeni ch'ubbu guddo hamtu, ta ch'ubbu gosa worra AABBO Waaqi gumi isa ta Israeli duraa gusse taale iraa jirtu, tolchisise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuuda'aa dubbii Rabbiitii hin ajajamne; sirimaa Minaaseen worra Israa'eelii masakka'aa dhufee cubbuu banii Rabbi afoo isaaniitii buqqisee balleesse caalaa gara cubbuu caalutti isaan masakke.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Minaaseen isaan dokonkorsee, isaan gosa biyya adda addaa ta Mootiin Waan Maraa Israa'eloota duraa ari'ee baase caalaa, waan hantuu hujane malee Mootii Waan Maraa hin caqanne.