2 Kings 22:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganni Yosia saddeeti gaafa inni hayyu Yuda tahe, ammalle inni Yerusalemu keesa ganna sodomi toko lafa mohate. Had'a isa maqaani Yedida, isiini dubra Adaya, ka dira Bokathi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosiyaas hennaa moowu umuriin isaa woggaa saddeeti ture; inni teessoo ufii Yerusaalemiin godhatee woggaa soddomii tokko bulche; haati isaa ta Yididiyaa jedhamtee waamamtu mucattii Adaya'aa dhalattuu qachaa Baasirootiiti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaas yennaa mootii te'e nama woggaa saddeetii ti; inni Yerusaalem keessa tee'ee, woggaa soddomii tokko bulche. Maqaan Haadha isaa Yidiida'a; isiin intala Adaayaa nama qachaa Bozqaa ti.