2 Kings 22:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bena, anaafi gumi Yuda ch'ufaa waan kitaaba kana keesati t'aafani AABBO Waaqa nuu gaafad'a. AABBO Waaqi yayu nuti dallane, maro ababooti teenna waan kitaaba kanati t'aafani gula yau dideefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anaa fi banii Yihuudaa keessa jiraatu barumsa kitaaba kana keessa jiru akka beekuu dandeennu Rabbiin nuu gaafadhu; abboonni teenna ta durii seera kitaaba kana keessatti barreeffame waan hin eenneef Rabbi guddisee nutti aareera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abbootiin teenna ta durii jecha kitaaba kana keessaatiif waan hin ajajaminiif, waan achi keessatti nu'uuf barreeffame mara waan hin hujiniif, Mootiin Waan Maraa guddoo nutti aareera; marroo jecha kitaaba dhaggame kanaa anaaf, kolba'aaf, kolbaa Yihuda'aa maraafille jedha'aatii Mootii Waan Maraa gaafadha'a» jedhe.