2 Kings 22:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Israeli waan jed'u, Anini Yerusalemu nama isa ch'ufa ingaargalcha, akuma kitaaba hayyu soomani keesati t'aafani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbi Waandhi akkana jedha kunoo akkuma kitaaba mootiin Yihuuda'aa dubbiseetitti namoota as jiraatan irratti waan hamaa fida;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa, ‹Ani balaa kitaaba mootiin Yihuda'aa dubbise keessatti barreeffame mara addee tanaa fi kolbaa addee tanaa irratti hin fida.