2 Kings 22:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri ya na dide sorio waaqa d'ibi baase, akanaani worri huji sunini na dallansiise, tanaafi dallansuuni sunini ta anini Yerusalemuti dallane deebite amma nara ingaltu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ana dhiisanii waaqolee tolfamaa ormaatiif ciincaa dhiyeessaniiran; waaqolee tolfamaa harka ufiitiin hojjatanii na dallansiisaniiranii lolli kiyya hin dhaabatu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan na lakkisanee waaqota dhibi'iif hixaana aarsanee, waaqota dharaa ka harki isaanii hujeen akka ani aaru waan godhaneef, aariin tiyya addee tana irratti hin bobeetti; hin dhaantulle'e› jedhe.