2 Kings 22:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gama hayyu. Anini AABBO Waaqi Israeli waan jed'u: Atini waan kitaaba keesati t'aafani ch'aqafte,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootii Yihuuda'aa ka Rabbiin waa gaafachu'uuf ergitaniin akkana jedhaa'a; «Rabbi Waandhi Israa'elii akkana jedha; ‹Waan dubbii dhaggeetteetiif garaan kee waan laafeef
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Yihuda'aa akka isin Mootii Waan Maraa gaafattanuuf ka isin ergeen ammoo, Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii ‹Dubbii dhageette saniif,