2 Kings 22:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi haga atini dootuti anini Yerusalemu gaargalche woma intolchu. Atini ato nagayi jiru doota. Jari deebie d'aamsa kana hayyu Yosiati hime.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu awwalamtee abboota keetiin wolitti eda'amta; waan hamaa ani biyya kana irratti fidu ijji tee hin argitu› » jedheen. Namoonni waan kana mootichatti himan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf balaa ani addee tana irratti fidu mara adoo hin dhaggin, akka addee dhuga'aatitti galtu si hin godha; nageyaan hin awwaalanta› jedheera» jette. Maarre isaan deebi'anee ergaa tana mooticha Yosiyaasitti himane.