2 Kings 22:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yosiani ganna kud'ani saddeeteeso ka lafa mohate keesa nama isaa tatabe t'aafu ka maqaani Shefani, ilma Azalia ka akhaakhu Meshulamu, Mana Waaqati erge waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoosiyaas mooyee woggaa kudha saddeetesso'ootitti ilma ilma Maasoolaamii Saafaaniin gara mana woyyuu Rabbii ergee akkana jedhe;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaas mootii te'ee, woggaa kudhanii saddeetesso'ootitti, barreessaa mana mootumma'aa akaakoo Meshulaamii ilma Azaaliya'aa Shaafaan gara Galma Mootii Waan Maraa ergee,