2 Kings 22:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Beeni, gara Hilkia Qaallu gudda d'aqi, haga beeseeni qaaloleeni fullo Mana Waaqa keesati nama iraa guurte geetu hubad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Balbala gara mana woyyu'uu seensisu ladda dhaabatanii akka birrii banii irraa wolitti qaban gadoota itti gaafatamummaan kennameef haga ammaa birrii hagamii akka guuran mudhisu ragaa herregaa ka birrii ibsu qabii koottu» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara Hilqiiyaa hayyicha gudda'aa dhaqiitii, ‹Beesee eeddoti karra Galma Mootii Waan Maraa, kolbaa irraa guurtee, gara Galma Mootii Waan Maraa fidde akka inni laakkowu godhi.