2 Kings 22:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ogeeyifi ijaartufi worra d'akha boch'u baase ammalle mukhaafi d'akha manani mid'aasanile bituti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra ogeeyyi'ii fi worra muka bocan, worra dhagaa bocan, worra hulee woyyuu haarawoomsanii fi worra mukaa fi dhagaa bocame bitaaniif haa kaffalamuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
worra muka bocuuf, worra dhaka'aan ijaaruu fi worra dhakaa bocuuf kaffalanuu ti; akkasuma Galma Mootii Waan Maraa haaressiisaaf mukaa fi dhakaa bocame ittiin bitanuu ti.