2 Kings 22:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hujiti mata ch'ufti nama d'uga, ka hori ch'ubbu inyaanne, tanaafi wonti isani beese suni maanini hojattani jettani gaafatanifi injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu worri hujii hujjisiisan amanamtoota waan turaniif akkaataa baasiin itti bawu isaan tooyachuun hin barbaachisu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ka addatamane waan te'aneef, beesee isaanitti kennante hin qorqorina'a› jedhiitii itti himi» jedhe.