2 Kings 22:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shafanini d'aamsa hayyu Hilkiati hime jennaani, Hilkiani waan jed'eeni, Anini yayu kitaaba Seera Mana Waaqa keesati arge. Duuba Hilkiani kitaaba fuud'e iti kenne jennaani Shefanini fuud'e soome.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Keliqiyaas gadichi barreessaa Saafaaniin, kitaaba seeraa mana Rabbii keessatti argeera jedhe; Keliqiyaasillee kitaaba Saafaanii kenne; innillee hin dubbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi guddaan Hilqiiyaan, barreessaa mana mootumma'aa Shaafaaniin, «Kitaaba Seeraa Galma Mootii Waan Maraa keessatti dhaggeera» jedhee, kitaaba san Shaafaanitti kenne; Shaafaanille irraa fuudhee dubbise.