2 Kings 22:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyuuti deebie waan jed'eeni, Hojattuuni tante yayu beese Mana Waaqa keesa jirtu taani fuute worra Mana Waaqa mid'aasuu kennite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa barreessaan Saafaan gara mootichaa deebi'ee, «hojjattoonni tee horii mana woyyumma'aa fuudhanii worra hujii mana woyyuu haarawoomsu'uuf muudamanitti kennaniiran» jedhee hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba barreessaan Shaafaan gara mootichaa dhaqee, «Tajaajiltooti teeti beesee Galma Mootii Waan Maraa keessa jirtu fuutee, itti gaafatantoota hujii Galma Mootii Waan Maraatitti kenniteerti» jedhee itti hime.