2 Kings 23:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yosiani ammalle fulla waaqa d'ara iti kad'atani ta Tofethi jed'ani, ta bale Hinomu keesa, ch'ach'abse, aka, nami tokoleeni ilma isaa yokhaani intala isaa aka sorio gubani waaqa Moleki jed'ani imbaamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni kamuu ilma ufii ka dhiiraa yookaan mucattii ufii ta intalaa waaqa tolfamaa Molookiif akka ciinca'aa godhee hin dhiyeessine Toofeetii dhooqa Heenoomii keessa jirullee battii ta'uu isaanii hubachiise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yosiyaas nami tokkolle ilma ifii yookiin intala ifii ciincaa godhee, waaqa Moleekiitiif akka hin dhikeessineef, addee ciinca'aa ta «Toofet» jedhantu ta dhooqa Hiinomii keessa jirtu batteesse.