2 Kings 23:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fardoole hayyooti Yuda huji kad'acha aduti jette baafte achi balleese, gaari huji suni baasanile ch'ufa gube. (Wonti kuni Manuma Waaqa d'aatu fulla fullo ta d'aatu mana Nathan-Meleki jaallabi guddaani iti galu, jirti.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Faradoo mootonni Yihuuda'aa ka waaqa tolfamaa adu'uutiif qopheessan maraa hin balleesse; fakii konkolaataa fardaa ka hulee itti waaqeffamu kana tajaajilan hin gube; wonti kunniin maruu Naataanii bulchaa armaan dura ture; kutaalee Meelek keessa jiraatu laddaa fi hulee bayaa ka balbala mana woyyu'uu biratti argama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni fakkii fardo'oo ta moototi Yihuda'aa seensuma Galma Mootii Waan Maraa dura, waaqonfannaa adu'uutiif adda baasane mara balleesse; fardoon sun badhinna mana qondaalticha, «Naataan-Melek» jedhamu bira jirtiiyyu; Yosiyaas garreettaa tajaajila adu'uutiif adda baafamane gube.