2 Kings 23:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yosiani d'akha aka utuba old'ad'aabani kaani ch'ach'abse bulleese, akheekha waaqa Ashtorethi jed'ani kaani ch'ire duuba fulla akheekhi kunini qara jiru kaani lafele namaatiini guute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Awwaallan maraa hin butuche; muka jalatti waaqeffatan muree bakka san lafee nama du'eetiin guute.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yosiyaas soodduu woyyittii caccassee, fakkii waaqa dharaa ta, «Asheeraa» jedhantuu muree jissee, addee san lafee namootaatiin guute.