2 Kings 23:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yosiani waan jed'e, Akasumati lakisa lafe isaa tokole intuqina. Tanaafi lafe isaatiifi ta raaga Samaria d'ufele tokole awaala keesaa infuud'ini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Dhiisaa'a eennullee lafee akka hin tundhe!» jedhe. Kanaaf isaanillee lafee raattichaa ka Samaariyaa keessaa baye woliin lafee san dhiisan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yosiyaasille, «Eennulle lafee isaa hin tachoosin» jedhe. Maarre isaan lafee isaatii fi lafee raagicha lafa Samaariya'aatii dhufee lakkisane.