2 Kings 23:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Yosiani seera baase aka nami ch'ufti jila Pasaka tana jabeese, AABBO Waaqa guddisu, akuma kitaaba wold'aqisa keesati t'aafani kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Iyyoosiyaasi banii maraan, «Akkuma dubbii waada'aa ka kitaaba kana keessatti barreeffameetitti Rabbii Waaqa keessanii ayyaana faasika'aa ayyaanteffadhaa'a» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Yosiyaas, «Akkuma kitaaba Gondooro'oo keessatti barreeffante, Mootii Waan Maraa Waaqa keessaniif Jila Irra Dabaramaa jilisa'a» jedhee kolbaa mara ajaje.